Daniel 5:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani nami gosa Medi toko ka Dario jed'ani, ka ganni isaa jaatami lama hayyuma fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennama san Daariyoosiin worra Meedoonii ka umuriin isaa woggaa jahaatamii lamaa mootummaa isaa dhaale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daariyos nami biyya Medoonii ka woggaa jaatamii lamaa, mootummaa san fudhate.