Daniel 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi mudame, lubbuuni d'ufte, aka male hollate jilbi wold'ae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san fuulli isaa jijjiirame; waan guddisee nayeef jilbi isaa hollate; nafti isaa wol gad dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi guddoo sodaatee, fuulli isaa jijjiirame; harkii fi miilli isa irraa bu'ee, jilbi isaalle wol dhowe.