Daniel 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari qaqarooni hayyu mala d'au d'ufe, jara suni keesa nama t'aafi suni soome waan isiini jettu hayyuti himu d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeeyyiin gara mootichaa dhiyaatanii garuu isaan keessaa namni barreeffama san dubbisee hiikkaa isaa ibsuu danda'e tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba qarooleen mootichaa marti ol seenane; ammoo barreeffama dubbisuu yookiin hiikkaa isaa mootichatti himuu hin dandeenne.