Daniel 6:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Darioni nama d'ibbafi diddama, ka isa jala hojatu lafa inni fidu keesaa fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daariyoos bulchiinsa mootummaa ufii irratti akka bulchan namoota dhibbaa fi diddamaa muuduu barbaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daariyos kutaa mootummaa isaa mara akka bulchanuuf, bulchitoota dhibbaa fi diddama muuduu barbaade;