Daniel 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi dubbi suni d'ageennaani aka male rifate, haga dandau haga d'ia adute asi kara Danielini baasu barbaade d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi haga waan kana dhagaye guddisee gaddee Daani'eeliin hambisu'uuf murteesse; haga aduun dhiitutti isa hambisu'uuf mala hambisuun maraa soqa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi tana yennaa dhage'e guddoo gadde; inni Daani'el baasiisaaf murteeffatee, haga aduun seentutti mala isa ittiin baasu mara wodhaane.