Daniel 6:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi seera baase, Danieli qaba, goda nyeench'i miju keesa buusa jed'e. Duuba inni waan Danielini jed'e, Waaqi kanke, ka atini guyya ch'ufa kad'atu, si baasinna
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootichi Daani'eeliin qabanii fidanii akka boolla leencotaatitti gatan ajaje; Mootichi Daani'eeliin, «Waandhi ati hennaa maraa amanamumma'aan tajaajiltu si haa oolchu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf mootichi ajajee jennaan, Daani'el qabanee fidanee boolla neenqaatitti gatane; mootichille Daani'eliin, «Waaqi ati yennaa mara addatamumma'aan tajaajiltu si baasuu ti» jedhe.