Daniel 6:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
goda suni afaani isaa d'akha guddaani duuchani. Hayyichi beesisa isaatiifi ka jara isaa gugurda d'akha suni ira kaye, aka nami tokoleeni dandae Danieli imbaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan boollaa dhaga'aan cufan; namni tokkollee akka Daani'eliin hambisu'uuf hin badanne mootichi chaapaa mootummaa ufiitii fi chaapaa worra isa jalatti bulchaniitiin chaappeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaa tokko fidanee afaan boollaa irra keyanee, eennulle Daani'el baasiisaaf akka hin wodhaanne, mootichi chaappaa qubee quba ifiitii fi ta qondaaltota ifiitiin dhakaa san irratti mallatteesse.