Daniel 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara suni malele, inni Danielifi nama lama d'ibi, ka worra suniti mataa tahe waan hayyu jabeesu, fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee eda'ee worra mootichatti dhiyaatanii akka womaa isa jalaa hin hanqannee fi akka worra biyya bulchan tooyatan Daani'eelii fi namoota biraa lamaan file.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan irratti namoota sad itti gaafatantoota godhe; isaan sadiin keessaa tokkochi Daani'eliiyyu; mootichi akka hin rakkanneef bulchitooti sun worra sadiin kanaaf deebii kennaniiyyu.