Daniel 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achini bahe jennaani qonqo laalalatini Danieli yaame waan jed'e, Danieli, hojattu Waaqa jiru Waaqi atini d'ugeefatu nyeench'a duraa si baase?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga achi gaye laagaa gaddaatiin, «Daani'eelii tajaajilaa Waaqa jiraata'aa! Waandhi ati hennaa maraa amanamumma'aan tajaajiltu afaan leencotaatii si hambisuu danda'eeraa?» jedhee isa waame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa boolla bira geye qoonqoo gaddaatiin, «Daani'el, tajaajilaa Waaqa jiraata'aa, Waaqi ati yennaa mara addatamumma'aan tajaajiltu neenqa jalaa si baasuu dande'eera?» jedhee waame.