Daniel 6:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Darioni tatabe nama gosafi d'alootafi afaani afaani dubbatu ch'ufa, ka lafa ch'ufa keesa jiruti t'aafe waan jed'e, Nageenni isani bad'aad'a?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Daariyoos banii biyya gara garaa keessa jiraatanii fi gosa afaan gara garaa dubbatanitti ergaa barreeffamaa Nageenni isiniif haa ta'u
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daariyos gara kolbaa heddu'uu, gosa biyya adda addaatii fi kolbaa afaan adda addaa dubbattu ta biyya lafaa duudii keessa leetuu barreessee, «Nageenni isiniif te'u!