Daniel 6:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama baase badile d'owa, lafafi gubba irati akheekha jabaafi waan mama tolcha. Nami afaani nyeench'a keesaa Danieli baase isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nama oolcha; nama hambisa; inni ardi'ii fi sami'itti waan maalale'eetii fi waan baasaa hojjata; Daani'eeliin afaan leencotaatii hambiseera» jedhu dabarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hin fayyisa; hin baasalle'e; inni ol-gubba'aa fi lafa irratti bilbaasaa fi maadee hin godha. Inni Daani'el neenqa jalaa baaseera» jedhe.