Daniel 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Danielini jara woliini hojatani kaanile ch'ufa ira huji guute. Waan inni jara kaani waan ch'ufaani ira jirateefi, hayyichi aka gudda lafa suni ch'ufa isa tolchu herege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daani'eel akka dandeettii huji'ii guddaa ka addaa qabu worra biyya bulchan kaawwanii fi worra baallii qaban maraa akka caalu huji'iin mudhise; kanaafuu mootichi mootummaa ufii maraa irratti bulchaa godhee isa muuduu barbaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daani'el qondaaltotaa fi bulchitoota caalaa ayyaana adda te'e waan qabuuf, mootichi kutaa mootummaa ifii mara irratti isa bulchaa godhuu barbaade.