Daniel 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari hayyu jala hojatu kaani ch'ufti, huji Danieli keesa wollaala sila isaani himatani barbaade, ammo d'abe, wonti akanatiifi Danielini nama d'uga, ka d'ugeefatani ka wollaala womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri kuuwwan ka biyya bulchanii fi worri baallii qaban yakka waan Daani'eel hojjatu hujii mana mootumma'aa irratti isa himatu'uuf sababaa irra soqa'aa turan; Daani'eel ammo nama uf eeguu fi amanamaa waan tureef dogoggora yookaan yakka woyiituu isa irratti arguu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kanaaf, qondaaltotii fi bulchitooti, hujii mootumma'aa ta Daani'el hujuun isa himatiisaaf barbaadane; inni addatamaa, wonni dokonkore yookiin yakke waan hin jirreef, isaa ammoo dokonkora yookiin balleessa tokkolle isa irratti dhagguu hin dandeenne.