Daniel 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan woliini jed'e, Nu dandeenne nama kana waan himanuni irati ingarru, yo kara aada Waaqa isaatini himanu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isaan «Waan seera Waaqa isaatii achi waan Daani'eeliin ittiin himannu yakka woyiituu isa irratti arguu hin dandeenne» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf jarri tun, «Dhuggeeffannaa inni Waaqa ifiititti dhugeeffatuun malee, waan Daani'el ittiin himannu hin dhagganu» woliin jedhane.