Daniel 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa hafe kaani sadeeni jabeenna isaani iraa fuud'ani lubbu isaani haga bulti gabaabdu lakisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalliin bineensota kaawwaniillee harkaa fudhatame; garuu akka hennaa murtaayeef jiraatan isaanii eeyyamame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bineensota hafane kaan irraa baalliin isaanii fudhatante; ammoo yennaa murtootteef akka le'anu, yennaan isaaniif kennante.