Daniel 7:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayya suni keesa anini waan nama fakaata arge. Inni, ka dumansa keesa deemu, nati gadi d'ufe, namicha haga jiru jireenna jiru kaaniti qajeele, jennaani isa duraani d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan mudhataan waan ilma namaa fakkaatu ka duumessa sami'iitiin marfamee dhufu arge; isa gara hulee baraa haga bara baraa afoo fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ilma namaa ka fakkaatu duumensa ol-gubba'aatiin dhufiisatti jiruun, halkan mudhi'iin dhagge; inni gara ka haga bara bara jiraatuu dhufee isa duratti dhikeeffame.