Daniel 7:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jabeennafi ulfinnaafi irre inni woini fiddu isaa kennani, aka nami gosafi d'alootafi afaani afaani dubbatu ch'ufti isa hojatu. Jabeenni isaa haga jiru jireenna taa, finna isaa muumme inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya gara garaa keessa jiraatanii fi gofti afaan gara garaa dubbatan akka isa tajaajilan baalliin, ulfinnaatii fi mootummaan kennameef; bulchiinsi isaa ka baraa haga bara baraa hin banne; mootummaan isaa dhuma hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hedduun, gosi biyya adda addaatii fi kolbaa afaan adda addaa dubbattu akka isa tajaajilanuuf baalliin, ulfinnii fi hunni Mootii waan maraa te'iisaa isaaf kennante; barri bulchiisa isaa ka haga bara baraa hin dabarre; mootummaan isaalle ijjumaa dhuma hin qaddu.