Daniel 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama arti eju tokoti d'ufe, waan daayyani tunini d'ooftu nati himi jed'eeni. Jennaani inni nati hime
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra achi dhaabataniiran keessaa gara nama tokkoo siiqee hiikka dhuga'aa ka waan kana maraa isa gaafadhe; inni hiikkaa waan kanniin maraatuu natti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra achi dhaabbateeru keessaa gara tokkoo dhikaadhee, marroo waan kana maraa hiikkaa dhuga'aa isa gaafadhe; innille hiikkaa waan kana maraa natti himee,