Daniel 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Bineensi gugurdaani afrani kunini hayyoota afuri ta takaa tana d'ufte lafa mohatu garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Bineensonni arfan gugurdaan kunniin mootota arfan lafa kana irratti mooyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Bineensoti gugurdaan arfan kun, mootota arfan kaatee ta lafa tana bulchitu.