Daniel 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini qulqullooni Waaqa guddaa, jabeenna lafaani fiddu argatte haga jiru jireenna teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoonni Rabbii maraa olii ammo mootummaa kana dhaalanii baraa haga bara baraa ka ufii taasifatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyyooti Waaqa Ol-Aana'aa ammoo, mootummaa san fudhattee haga bara baraatitti hin qabatti, ee, haga bara baraa hin qabatti› jedhe.