Daniel 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi haga jiru jireenna jiru kaani d'ufe, gumi qulqullo Waaqa guddati d'uga galche. Inni gumi suni jabeenna worri lafaani fidu kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun ka ta'e haga guyyaa ka baraa haga bara baraa jiraatu dhufee woyyoota Rabbii maraa oliitii murtii kennuuf; hennaan woyyoonni mootummaa isaa dhaalan hin gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga ka Durii Durii Sun dhufee, kolbaa Waaqa Ol-Aana'aatiif muraa haqaa kennutti, inni isaan injifate; yennaan kolbaan Waaqa Ol-aana'aa sun mootummaa san qabatanulle geette.