Daniel 7:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti daayyani suni d'ooftu, ka inni nati hime tana: Bineensi afreeso suni lafa hayyuuni fidu toko ta lafa hayyuuni d'ibiini fidu ch'ufa iraa gortu. Isiini lafa ch'ufa ira ejaanjatte balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hiikkaa isaa Bineensa arfeesso'oo mootii arfeesso'oo ka biyya irratti moowu; mootiin kun mootummoota kaawwaniin waan adda ta'eef biyya maraa qabatee gad qabee hunnaan bulcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka hiikkaa natti hime sun, ‹Bineensi arfeesso'oo sun, mootummaa arfeesso'oo ta lafa irratti ka'u'uu jirtu. Isiin mootummoota dhibii mara irraa adda teetee, lafa duudii nyaattee, irra sirbitee butuchiti.

Recommended Reading