Daniel 7:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi kud'annaani suni hayyoota kud'ani ta lafa suni mohattu. Duuba eege hayyu d'ibiti d'ufa, ka hayyoota taani ch'ufa iraa goru; inni hayyoota sadi dabsata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafni kudhanii mootota kudhanii ka mootummaa san keessatti mooyan; achiin maayessa mootiin mootota duraa caalu mooyee mootota kudhan keessaa mootota sadihii gara galcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafoti kudhan sun mootota kudhan ta mootummaa san keessaa ka'u'uu jirtu; mootota saniin duuba mootiin dhibiin ka isaan irraa adda te'e ka'ee, mootota sadiin hin injifata.