Daniel 7:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa gudda miid'e, gumi Waaqale dabsa. Ammalle inni seerafi aada worrale ch'ufa garagalchu fed'a, gumiini Waaqaleeni ganna sadiifi jia jaa isa jalati bulti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbii maraa oliititti uf jaju'uun dubbata; woyyoota Rabbii maraa oliillee hin rakkisa; ayyaannan woyyoomanii fi seerallee jijjiiru'uuf karoorfatan; woyyoonni woggaa sadihii fi ji'a jahaa baallii isaa jala jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa Ol-Aana'atti mormee hin dubbata; kolbaa Waaqa Ol-Aana'aalle cunqursee, yennaa jila beekkanteetii fi seera Waaqaa jijjiiriisaaf hin wodhaana; kolbaan Waaqaa woggaa sadii fi wodhakkaa baallii isaatiin jala hin teeti.