Daniel 7:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gubbati kori tae dubbi suni laalani, jabeenna isaa iraa fuud'ani aka hama isa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni teessoo murti'ii qopheeffata; inni baalliin mootummaa isaa harkaa fudhatamee baraa haga bara baraa bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba korri mura'aa ka ol-gubba'aa hin tee'a; mootii te'iis isa irraa fudhatamee, ijjumaa hin bada.