Daniel 7:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeennafi guddinna lafa hayyuuni fidu ch'ufa gumi Waaqa guddati kennani. Finni worra ka jiru jireennati, nami lafa mohate ch'ufti worraa hojate saalfatafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalliin mootumma'aa ka sami'ii gad jiru maruu lafa woyyoota Rabbii maraa oliitii kennama; baalliin mootummaa isaanii baraa haga bara baraa jabaatee jiraata; mootonni biyya adunya'aa maruu isaanii ajajama'aa isaan tajaajilan› » jedhee natti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan, mootii waan maraa te'iis, hunnii fi guddinni mootummoota lafa duudii irra jiranuu, kolbaa Waaqa Ol-Aana'aatiif hin kennaman; mootummaan isaanii mootummaa haga bara baraa ti; mootoleen marti isaaniif ajajamiisaan isaan hin tajaajilan› jedhe.