Daniel 7:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti daayyani suni d'ooftu hagasuma. Jennaani anini aka male rifad'e, mudame waan suni biyya d'osse akanumati tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiikkaan eebju'uu kana irratti raawwata; ana Daani'eeliin yaanni kun guddisee na sodaachise; waan guddisee nayeef fuulli kiyya gurraachate; ani garuu waan maraa garaa kiyya keessatti dhossee qabadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hiikkaan oojju'uu as irratti dhumatte; ani Daani'el guddoo sodaadhee, bifi tiyya jijjiirante; dubbii san ammoo qalbi'itti qabadhe» jedhe.