Daniel 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani bineensi afuri, ka gosa gosa, Baariini suni keesaa gadi yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bineensi afurii ka bifa gara garaa qaban hennaa galaanaa bayan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bineensoti adda addaa gugurdaan afur abbaayaa san keessaa bayane.