Daniel 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka qara nyeench'a fakaata, ammo koola aka risa qaba. Ato anini tae laalu, koola suni iraa baasani bineensa suni olfuud'ani, miila lamaani aka nama old'aabani qalbi nama kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bineensi jalqabaa leenca fakkaata; inni koola akka allaattii bajja jedhamuu qaba; uduma ani isa laalu koolli isaa irraa bubuqqa'e; bineensi sun ol ka'ee akkuma nama miila lamaan dhaabate; sammuun namumma'aallee hin kennameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bineensi qaraa neenqa fakkaata; inni akka risa'aa koola qaba; adoo ani ilaaluu koollii isaa irraa buqqa'ee, lafaa ol ka'ee, akka namaa miila lamaaniin dhaabbatee, qalbiin namaalle isaaf kennante.