Daniel 7:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensi lameeso gorjama fakaata, ammo miila lukhatini oleja. Inni ch'inaacha sadi afaani qaba, duuba qonqooni toko waan jetteeni, Fooni guddisi haga feetu nyaad'i!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bineensa lammeesso'oo akka luka Doobba'aa lutti isaa gabaabaa ilkaan ufiitiin lafee cinaachaa sadihi ciniinee qabateera dubbii ‹Ati foon haga barbaadde nyaadhu› jedhutu isatti himame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bineensi lammeesso'oo doobbaa fakkaata; inni gara duraatiin ol jedhee, lafee cinaachaa sad afaanitti qabaayyu; bineensa saniin qoonqoon, ‹Haga dandeette foon nyaadhu!› jette.