Daniel 7:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini tae laalu, bineensi d'ibileeni gabahe, kunini qeeramsa fakaata, ammo dudda ufi ira koola afuri qaba, ka koola allaati fakaatu; ammalle mataani isaa afuri. Isa jabeenna inni lafaani mohatu kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani waan kana laala'aaru bineensi biraa ka qeerransa fakkaatu baye; inni koola akka koola simbirranii afur dudda ufii irraa qaba; mataa afur qaba; baalliin bulchiinsaa hin kennameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Saniin duuba bineensa dhibii ka qeeransa fakkaatu dhagge; bineensi kun dudda ifii irraa koola afur ka akka koola sinbirre'eetii fi mataa afur qabaayyu; akka bulchuufille baalliin isaaf kennante.