Daniel 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini tae ilaalu, barch'uma hayyu ka d'ad'aabani arge. Jennaani namichi toko ka haga jiru jireenna jiru d'ufe, barch'uma suni toko ira tae. Woyaani isaa adi ch'aama, rifeensi isaaleeni woya boofta adi fakaata. Barch'uma isaa ibidati iraa bobaa, ammalle miili barch'uma suni ch'ufti ibida,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani laalu teessoowwan ulfinnaa badhifaman; ka dur ture sun teessoo ulfinnaa ufii irra taa'e; uffanni isaa akka barada'aati; rifeensi mataa isaa akka biqiltuu suufi'ii adi'i; teessoon isaa ka ulfinnaatii fi teessoon isaa ka akka miila korbo'oo akka ibidda bobawuutitti mallisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daani'el ammalle, «Adoo ani ilaaliisatti jiruu barcumooti mootumma'aa keyame; ka Durii Durii Sun irra tee'e; woyaan isaa akka dhakaa bokkeyaa adii, rifeensi mataa isaalle akka fuutta'aa, barcumaan mootumma'aa ka isaa akka bobe'a ibiddaa ti; korboon barcumaa saniille akka ibidda bobe'uu ti.