Daniel 8:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni gudda urji sunitini morke, sorio guyya ch'ufa gubani isaa baasani d'owe, Mana Waaqale t'ureese balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni bulchaa duultota sami'iitiinillee hin morke; ciincaan guyya guyya'aan isaa dhiyaatu akka hafu godhee hulee woyyuu batteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sooressa loltoota ol-gubba'aatiin ifi qixxeesse; ciincaa guyyuma guyya'aan isaaf dhikaattulle akka isa irraa hafu godhee, addee Galma isaa batteesse.