Daniel 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami achiti ch'ubbu tolche, sorio guyya ch'ufa gube baasu lakise, d'uga Waaqa lafa buusani. Gaafi sunini waan tolche ch'ufa dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa hammeennaatiif duultonninii fi ciincaan hennaa maraa dhiyaatu isaa kenname; inni dhugaa gubba'aa gad darbe; wonti inni hojjatu maruu isaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa cubbu'uutiif, loltooti sunii fi ciincaan guyyuma guyya'aan dhikaatu sunille isaaf dabarfamanee kennamane; inni dhugaa lafatti gad gate; wonni inni huju marti isaaf teete.