Daniel 8:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani taani waan jetteeni, Haga bulti kuma tokofi d'ibba tokofi shantama, ka sorio diiramafi galgala inqalanne. Duuba eege mani Waaqa aada ufi ta qara taaniti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyichi gaafatamellee «Guyyoonni ciincaan ganamaatii fi ciincaan galgalaa itti hin dhiyaanne kuma lamaa fi dhibba sadihi; achiin maayessa manni woyyuun hin qulqullaaya» jedhee hennaa deebisu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Ciincaan guyyuma guyya'aan dhikaatu sun, haga ganamaa fi galgala kuma lamaa fi dhibba sadii tura; achiin duuba addeen woyyittiin sun sirri'itti hin deebiti» jedhe.