Daniel 8:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qonqo gara galaana Ulaiti, Gabrieli, daayya inni arge suni waan isiini d'ooftu iti himi jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laga Ulaayii gamaa laagaa namaa ka ‹ati Gabri'eel! akka namni kun hiikkaa mudhataa hubatu godhi!› jedhu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laga Ulaayii irraa qoonqoo namaa ta, «Gabri'eel, hiikkaa mudhii sanii namicha knatti himi» jettu dhage'e.