Daniel 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gabrielini d'ufe na bira eje, jennaani anini mudame lafa d'ae. Inni waan nani jed'e namicha, waan daayyani d'ooftu hubad'u. Daayyani waan gaafa muumme lafti taatu d'oofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Gabri'eel dhufee na bira dhaabate; ani nayee lafatti gad kufe; inni ammo, «Ati ilma namaa! mudhanni waan bara dhuma adunya'aa akka ta'e hubadhu» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Gabri'eel dhufee yennaa na bira dhaabbate, ani rifadhee fuulaan lafatti gad gombifamee; inni ammoo, «Ilma namaa, mudhiin sun marroo bara muumme'ee akka teete hubadhu» naan jedhe.