Daniel 8:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nani jed'e, Anini waan dallansuuni Waaqa gadiini d'uftu si garsiisuu jira. Daayyani tunini waan gaafa guyya muumme lafti taatu d'oofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana naan jedhe «mudhanni waan bara dhuma adunya'aa mudhisu waan ta'eef guyyaa lolaa maaltu akka ta'u sitti hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mudhiin marroo bara muumme'ee waan teeteef, guyyaa mufi'ii san waan te'u'uu jiru sitti hima.