Daniel 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayya suni keesa anini dira shushani, ka lafa Elamu, keesati ufi arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani qachaa Suusa'aa ganda dhaga'aan ijaaramte keessatti mudhataan uf arge; ani hennaa san laga Ulaayii ladda dhaabadhee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mudhii san keessatti ani qachaa Susa'aa, ka lafa Elaamii keessaa, ka dalleya dhaka'aatiin marfamee ijaarrame keessatti ifi dhagge; ani mudhi'iin irga laga Ulaayii bira jiraayyu.