Daniel 8:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi afrani, eegi gaafi qara kaani ch'abse bahe lafa hayyooti fidde, ta lafti iti gargari qoodamte, jabeenna qara kaani d'abde garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafni arfan hennaa gaafni jalqabaa caban bayan akka mootummaan sun bakka afuritti qoodaman mudhisa; mootonni maruu akka mootummaa jalqabaa jabaa akka hin taane mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafoti afur ka addee gaafa cabee sanitti late sun, kolbaa biyya sanii keessaa mootummoota afur ta ijaaramu'uu jirtu; ammoo akka mootummaa qaraa san hunna hin qabanu.