Daniel 8:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni mala qabuufi, inni kara isaa dabdicha sunini wo dabsata. Inni ufi saade kiyyibe dagu nama hobaasa. Ammalle hayyu hayyu ch'ufa ira guddaleeni morka ammo harka namaa male isa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni guddisee waan dharticha ta'eef sobaan durooma; inni waan maraa caalaa ol uf qaba; inni namoota hedduu uduu uf hin seerre ajjeesa; guddaa gugurdootaallee hin qora; dhuma irratti inninuu ufumaan bada; hunna namaatiin hin badu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maltummaa isaatiin wonni marti isaaf hin teeti; ifumaan guddaa ifi hin godha. Adoo ifi hin eeggachiisin nama hedduu hin ijjeesa; qondaala qondaaltotaa irratti hin ka'a; te'uu malee hin bada; ka baduunille harka namaatiinii moti.