Daniel 8:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla galaana Ulai eje, jennaani hoola dagaaga d'aatu galaana suni eju arge. Gaafi isaa toko kaani iraa d'eera, ammalle eege kaani bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaccee laga sanii biratti korbeessa hoola'aa ka gaafa dhedheeraa lamaa qabu arge; gaafa lamaan kanniin keessaa tokkichi ka turee baye yoo ta'ellee inni gaafa kaan caalaa dheera'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ol ilaalee korbeessa hoole'ee ka gaafa dhedheeraa lama qabu, irga lagaa dhaabbateeruun dhagge; gaafi tokkochi kaan caalaa dheerata; te'uu malee ka caalaa dheeratu sun ka duuba irra late.