Daniel 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini elemo kaani, ka gaafa isaatini mirgaafi bitaafi ila adu had'u arge. Bineensi tokoleeni ka isa ufira d'owe yokhaani duraa bahu injiru. Inni waan fed'u tahe ufi d'aada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolaan sun gaafa saniin nama woraanu'uuf gara dhiya adu'uu, gara kaabaatii fi gara kibbaa uduu shulu arge; ka danda'ee isa afoo dhaabatu yookaan bineensi isa jalaa dheessee bayu hin jiru; inni waan ufii barbaade maraa godha; ka duraa caalaa jabaata'aa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korbeessi sun gara aduun seentu, gara kaabaatii fi gara kibbaa gaarrifatuun dhagge; bineensoti tokkolle isa dura dhaabbatuu hin dandeenne; hunna isaa jalalle'ee ka bawuu dande'e hin jiru; inni waan fedhe mara godhe; guddoolle hunnaamessa te'e.