Daniel 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini waan kana tae heregu, korbeesi toko gara ila aduti bariisa d'ufe. Gaafi isaa toko, tokochi sunileeni jiddu ila eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu mudhata kana dhudhuma'aaru korbeessi re'e'ee ka ija isaa lamaan jiddu'uu gaafa guddaa qabu biyya keessa lufee uduu miilli isaa lafa hin tundhe gara dhiya adu'uutii barara'aa dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani marroo waan kanaa adoo yaadiisatti jiruu, korbeessi re'e'ee tokko, ka gaafa guddaa wodhakkaa lamaaniititti qabu, miilli isaa adoo lafa hin tuqin, gara aduun seentu irraa, fiigaa dhufe.