Daniel 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni elemo anini qara arge, ka d'aatu galaana eju kaaniti d'ufe dallansuuni had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara hoolaa gaafa lamaan qabuu ka uduu inni laga ladda dhaabateeru ani argeen guddisee lola'aa itti dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara korbeessa hoole'ee ka gaafa lamaan qabu, ka ani irga lagaa dhaabbateeruun dhagge sanii hunna guddo'oon itti fiige.