Daniel 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka inni elemo suni dallansuuni had'e, gaafa isaa lachu ch'abse, arge. Elemoni irre isaani ufira d'owu d'abe, durati lafa d'ae, inni ira ejaanjate, nami isa baasu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hoola'aa hennaa dhiyaatu arge; inni hoolaa saniin lolee gaafa isaa lachuu jalaa caccabse; hoolaan sun hunna isa jala dhaabatuun hin arganne; kanaafuu re'een lafatti gad kuffisee isa irra deeme; ka isa harkaa isa baasullee hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara korbeessa hoole'ee san dhikaatee, guddoo itti aaree, itti bu'ee gaafa isaa lamaanuu cassuun dhagge; korbeessi hoole'ee sun isa ifi irraa dhooggatiisaaf hunna dhabe; korbeessi re'e'ee sun korbeessa hoole'ee lafatti dhowee, irra sirbe; hunna isaa jalalle'ee eennulle isa baasuu hin dandeenne.