Daniel 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa afrani suni toko iraa gaafi diqaani toko bahe; gaafa suni, irreeni isaa, bitaafi ila adutifi lafa gabboti ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa arfan kanniin keessaa gaafa tokkocha irratti gaafa biraa diqqa'atu baye; hunni gaafa diqqaa sanii gara kibbaa, gara baya adu'uutii fi gara lafattii michu'uu babadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafota arfan kana keessaa tokkocha irratti gaafi diqqichi dhibiin latee, gara kibbaa, gara aduun baatuu fi gara lafa Israa'elii bisile'etti guddoo guddate.