Daniel 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Aabbo Waaqa keenna, atini jabeenna keetiini gumi tante lafa Misiri keesaa baafte, jabeenna kanke suni arrale inuma qaabatani. Nu yayu ch'ubbameni waan hamtu taane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa keenna! ati armaan dura banii kee hunna kee jaba'aan biyya Misiriitii baaftee haga adhaa akka maqaan kee beekkamu gooteerta; nu'u ammo cubbamtootaa fi yakkamtoota taane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee, Goottaa Waaqa keenna, sittuu harka hunnaamessaan kolbaa teeti biyya Gibxi'ii keessaa baattee, maqaan keeti haga adhaatitti akka beekkamu goote; nuuti cubbuu hunyeerra; yakkineerralle'e.