Daniel 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini duri ya nuu kalchite, tanaafi amma Yerusalemuti deebite indalanini. Inni dira kanketi, gaara kanke qulqullo. Nami lafa nu d'aatu jiru ch'ufti, Yerusalemufi gumi tante tufata wonti suni ch'ufti maro ch'ubbu teennatifi waan hamtu ababooti teenna tolchiteefi nu d'aqabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya! ati waan hujii balchaa hojjatte maraaf jettee gaara Yerusaalemii woyyicha kee irraa lolaa fi balaa kee akka kaaftu si kadhanna; nu'u sababaa cubbuu keennaatii fi yakka abboota teennaatiif Yerusaalemii fi baniin kee olloota keenna maraa jiddu'utti salphataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Goottaa, ati akka hujii teeti balchitti'iititti mufi'ii fi aarii teeti qachaa keeti Yerusaalem irraa, gaara keeti woyyicha irraa deebis. Sababa cubbuu teennaatii fi yakkaa abbootii teennaatiif qachaan Yerusaalemiitii fi kolbaan teeti, odduu worra adaala keenna jiranuu maratti salphataneeran.