Daniel 9:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, kad'achaafi boha tiyya tana na d'agayi. Mana kanke ka balleesani eebisi, mid'aasi jaari, aka nami ch'ufti aka atini d'uguma Waaqa hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ati faate'ee fi kadhaa kiyya naa dhagayi; maqaa keetiif jedhii mana woyyuu keetii garaa laafi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa keenna daadimataa fi gaaffii tajaajilaa keetii dhage'i; ee Goottaa, maqaa keetiif jedhiitii, Galma keeti diigameef marari.